Loading...
Larger font
Smaller font
Copy
Print
Contents
  • Results
  • Related
  • Featured
No results found for: "".
  • Weighted Relevancy
  • Content Sequence
  • Relevancy
  • Earliest First
  • Latest First
    Larger font
    Smaller font
    Copy
    Print
    Contents

    Seensa

    Biyyi lafaa keenya kun akkamittiin haala gadheedhaan waliin akkas jeeqamte? Dhiphinni maaliif jiraate? Rakkinni eessaa dhufe? In dhaabbataammoo laata? Gaaffileen akkasii namoota yaadan hundumaa in rakkisu. Isaa kanaaf Saayinsiin deebii hin qabaatu, falaasamnis immoo deebii waliif hin galle hedduu kenna.SA 7.1

    Dhugaa eessaa arganna? Barreeffamni kitaaba kana keessaa hojii barreeffama guddaa Kan Elen J. Waavit barreessite Oduu Fayyinaa (The Story of Redemption) jedhu tokko keessaa kan filatamee fudhatame yommuu ta'u, innis dhibbaan kan lakkaa’aman Ameerkaanota bara hundumaatiin dhimmootaa addaa keessatti magazina Smithsonianiin (Ji’a Birraa 2015) keessatti kan hammatameedha. Barreeffamni ishee hojii dubartoota eessa jiraatan hundumaa irra kan caalu, gara afaanota 160 ol ta’anitti hiikameera. Mili’oonaan kan lakkaa’aman namoonni, dandeettii, hubannoo fi yaada kaka’umsaa ishee irraa fayyadamaniiru.SA 7.2

    Kitaabni Seenaa Abdi-Qabeessaa kun akkuma kana akka fayyadamtuuf siifis carraa tokkoo dha.SA 8.1

    Larger font
    Smaller font
    Copy
    Print
    Contents