Lallaba Gaara Eebbaa Irraa - Contents
- Dursituu
- Boqonnaa 1 - Gaara Cinatti
-
- ’Inni barsiisuma kanaan afaan Isaa saaqqate; kara hafuuraatti hiyyeessota kan ta’an haa gammadan, mootummaan Waaqaa kan isaaniiti.’ Mat. 5:2,3.
- “Warri garaan isaanii gadde haa gammadan: isaan jajjabina ni argatu.” Mat. 5:4.
- “Warri garraamiin haa gammadan.” Mat. 5:5.
- “Warri yaadi garaa isaanii qullaa’oo haa gammadan, isaan Waaqayyoon ni argu.” Mat. 5:8.
- “Warri nagaa buusan haa gammadan, isaan ijoollee waaqayyoo ni jedhamu.” Mat. 5:9.
- “Warri qajeelummaadhaaf jedhanii ari’ataman haa gammadan, mootummaan Waaqaa kan isaaniiti.” Mat. 5:1D.
- “Isin soogidda biyya lafaati.” Mat. 5:13.
- “Isin ifa biyya lafaati.” Mat. 5:14.
-
- “Diiguudhaaf hin dhufne, raawwachuuf malee.” Mat. 5:17.
- “Namni abboommota hundumaa irra xinnaatan keessaa tokko diigee, diigamuu isaas namoota barsiisu mootummaa Waaqaa keessatti isa hundumaa irra xinnaatu ni jedhama.” Mat. 5:19.
- “Eenyu illee obboleessa isaatti yoo dheekkame, abboota firdii duratti itti ni faradama.” Mat. 5:22.
- “Obboleessa keetti araarami.” Mat. 5:24.
- “Namni ija hawwaatiin dubartii ilaale, garaa isaatti isheetti ejjeera.” Mat. 5:28.
- “Harki kee mirgaa cubbuu yoo si hojjechiise, isa of irraa murii gati.” Mat. 5:30.
- “Namni haadha manaa isaa baasuun seeraa?” Mat. 19:3.
- “Hin kakatin.” Mat. 5:34.
- “Namni maddii kee isa mirgaa yoo si kabale isa gara kaaniis itti qabi.” Mat. 5:39.
- “Diinota keessan jaalladhaa.” Mat. 5:44.
- “Abbaan keessan inni waaqa irraa mudaa malee akkuma ta’e isinis akkasuma mudaa malee ta’aa.” Mat. 5:48.
-
- “Namootatti mul’achuudhaaf jettanii tola keessan namoota duratti akka hin gnnne nf eeggadhaa.” Mat. 6:1.
- “Yeroo kadhattan akka warra of agarsiisanii hin ta’inaa.” Mat. 6:5.
- “Yeroo kadhattan, akka warra saba Waaqayyoo hin ta’inii dubbii waa’ee hin baafne keessa hin deddeebi’inaa.” Mat. 6:7.
- “Yeroo soomtanitti, akka warra of agarsiiftuu nyaara keessan hin guurinaa.” Mat. 6:16.
- “Badhaadhuma ofii keessaniif lafa irratti walitti hin qabatinaa.” Mat. 6:19.
- “Namni tokko gooftaa lamaaf abboomamuu bin danda’u.” Mat. 6:24.
- “Hin yaadda’inaa.” Mat. G:25.
- “Duraan dursitanii Mootummaa Waaqayyoo barbaadaa.” Mat. 6:33.
- “Waa’ee boriifis bin yaadda’inaa. . . . rakkinni guyyaa sanaa duwwaan iyyuu guyyichaaf ni ga’a.” Mat. 6:34.
-
- “Egaa Yeroo kadhattan akkas jedhaa kadhadhaa.” Mat. 6:9.
- “Yeroo kadhattan, Yaa Abbaa keenyaa jedhaa.” Luq. 11:2.
- “Maqaan kee haa qulqullaa’u.” Mat. 6:9.
- “Mootummaan kee haa dhufu.” Mat. 6:10.
- “Waaqa irratti akka ta’u, lafa irrattis akkasuma haa ta’u” Mat. 6:10.
- “Soora har’aa bor nu barbaachisu har’a nuuf kenni.” Mat. 6:11.
- “Cubbuu keenyas nuuf dhiisi; nus immoo warra nu yakkan hundumaaf ni dhiifnaa.” Luq. 11:4.
- “Qorumsatti nu hin galchin, hamaa nu oolchi malee.” Mat. 6:13.
- “Mootummaan, humni, ulfinnis kan keeti.” Mat. 6:13.
-
- “Waaqayyo akka isinitti hin faradnetti isin namatti hin faradinaa.” Mat. 7:1.
- “Maaliif huuba isa ija obboleessa kee keessa jiru ilaalta?” Mat. 7:3.
- “Waan qulla’aa ta’e saroota jala hin buusinaa!” Mat. 7:6.
- “Kadhadhaa isiniif ni kennamaa; barbaadaa ni argattuu; balbala rukutaa isiniif banamaa.” Mat. 7:7.
- “Karaan gara jireenyatti geessu rakkoodha, karri isaas dhiphaadha.” Mat. 7:14.
- “Balbala isa dhiphaadhaan ol galuudhaaf wal dorgomaa.” Luq. 13:24.
- “Raajota sobduu irraa of eeggadhaa.” Mat. 7:15.
- “Hundeen isaa dhagaa irra dhaabamee waan tureef hin jigne Mat. 7:25.